Hadith for the World
Tap the image to view it full size
iiraafii seenaa

Aa'ishaa Haadha Mu'mintootaa irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu akkas jette:

Available in 53 languages
«Aa'ishaa Haadha Mu'mintootaa irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu akkas jette: Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- takkaayyuu kan hoonga gahanii kolfan hin argine, hanga laagaa isaanii argutti. ni seeqatu malee.»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Aa'ishaan Rabbi ishee irraa haa jaallatu, Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- hanga laagaan isaanii mul'atutti garmalee akka hin kolfine gabaaste, kunis citaa foonii kan gubbaa qoonqootti maxxanee argamuu dha, ni seeqatu ture.

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality