Hadith for the World
Tap the image to view it full size
aqiidaa

Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irra haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 56 languages
«Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irra haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namtichi amantii hiriyaa isaa irratti tahaa, tokkoon keessan nama hiriyaa taasifatu haa ilaalu».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ilmi namaa seenaa fi aadaa isaa keessatti hiriyaa fi saahiba isaa akka fakkaatu, hiriyummaan haala, amalaa fi sochiiwwan irratti dhiibbaa akka qabu ibsani, kanaaf filannaa hiriyaa tolchuutti ajajan; waan inni hiriyaa isaa gara iimaanaa, qajeelumaa fi toltuutti qajeelchuu fi hojii gaarii irratti hiriyaa isaatiif gargaaraa waan ta'uuf jecha.

Source
abuu daawud tirmizii fiiahmad odeessan
Download image

Saved at original quality