Hadith for the World
Tap the image to view it full size
aqiidaa

Abuu Hureyraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni isarratti haa jiraatu- akkana jedhan:

Available in 59 languages
«Abuu Hureyraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni isarratti haa jiraatu- akkana jedhan: «Irra caalaan Guyyaa aduun itti baatee guyyaa Jum’aati, guyyaa kana keessatti Aadam uumame, isa keessatti ammas Jannata seensifame, guyyaa kana keessatti irraa ari’ames, guyyaa Jum’aa malee Qiyaamaan hin dhaabbattu».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- irra caalaan guyyaa aduun itti baatee guyyaa Jum’aa akka ta’e himan. Wantoota guyyaa Jum'aa adda godhan keessaa: Rabbiin guyyaa kana keessatti Aadamiin uume, Isa keessatti Jannata isa seensise, isa keessatti ammas jannata keessaa isa baasee gara lafaatti isa buuse, Guyyaa jum'aa keessatti malee qiyaamaan hin dhaabbatu.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality