Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Aa'ishaa Haadha Mu'mintootaa irraa akka odeeffametti, Rabbiin irraa haa jaallatu:

Available in 53 languages
«Aa'ishaa Haadha Mu'mintootaa irraa akka odeeffametti, Rabbiin irraa haa jaallatu: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- waan yeroo biraa hin tattaafanne ji'a Ramadaanaa irraa kurnan boodaa keessatti kan tattaaffii godhan turan.»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Guyyoonni kurnan dhumaa Ramadaanaa yeroo dhufanitti, Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- ibaadaa fi kheyrii adda addaa hojjachuu keessatti ni jajjabaatu ture, akkasumas gosoota kheyrii fi gosoota ibaadaa keessatti waan yeroo biraa jajjabaatan caalaa garmalee dabalanii, hojjataa turan; guddinaa fi sadarkaa halkanoowwan sun qabanii fi Leylatal qadr barbaaduuf jecha.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality