Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Anas Ibnu Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 50 languages
«Anas Ibnu Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: "Suhuura nyaadhaa, suhuura keessa barakaatu jiraa".»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- suhuuratti kakaasani, inni halkan gara dhumaa keessa soomaaf qophaa'uuf jecha nyaata nyaachuudha; barakaan(mindaa fi ajrii irraa toltuu hedduu) waan isa keessa jiruuf jecha, akkasumas yeroo dhuma halkanii keessa du'aa'iif ka'uu, sooma irratti ittiin jabaachuu, isaaf si'a godhachuu fi dadhabbii hirdhisuutu isa keessa jira.

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality