Hadith for the World
Tap the image to view it full size
sadarkaaleefii naamusoota

Jariir irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ergamaa Rabbii irraa akka odeessetti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 55 languages
«Jariir irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ergamaa Rabbii irraa akka odeessetti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namni gara laafummaa dhoorgatame khayrii hunda dhoorgatameera».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni dhimma duuniyaa fi diinii keessatti akkasuma dhimma ofii fi dhimma namoota biroo woliin raawwatu keessatti gara laafummaa dhoorgatame, dhugaan toltuu hunda dhoorgatamee jira jechuu himani.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality