Hadith for the World
Tap the image to view it full size
sadarkaaleefii naamusoota

Usaamaa ibnu Zayd irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 66 languages
«Usaamaa ibnu Zayd irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Booda kootii dhiirota irratti qormaata miidhaa ta'e kan akka dubartootaa hin dhiifne».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- booda isaaniitii dhiirota irratti qormaata miidhaa qabu kan akka dubartootaa akka hin dhiisin himani; dubartiin maatii isaa irraa yoo taate shari'aa faallessuu keessatti isii hordofuutu mala, ajanabiyyaa yoo taate immoo isii woliin wolitti makamuu fi woliin qofaa ba'uun waan sana irraa badii argamuun ta'a.

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality