Hadith for the World
Tap the image to view it full size
hadiisaafii beekkomsa waayee isaa

Samuraa ibnu jundubii fi Mughiiraa ibnu Shu'ubaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- ni jedhani: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 55 languages
«Samuraa ibnu jundubii fi Mughiiraa ibnu Shu'ubaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- ni jedhani: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Osoo soba ta'uu isaa beekuu namni hadiisa tokko narraa odeesse, inni sobdoota irraa isa tokkodha».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni osoo beekuu yookaan shakkuu yookaan shakkii isaa irra guddaan isaan irratti akka sobame osoo beekuu nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hadiisa dabrse; namni isa odeesse soba kana isa eegalee woliin akka qooddatu himaniiru.

Source
رواه مسلم في مقدمته
Download image

Saved at original quality