Hadith for the World
Tap the image to view it full size
Qur'aana kabajamaafii bekkomsoota waayee isaa.

Aa'ishaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isii irraa haa jaallatu- ni jette:

Available in 65 languages
«Aa'ishaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isii irraa haa jaallatu- ni jette: Nabiyyiin Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- haala isaanii hunda irratti Rabbiin zaakkaru ture.»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Aa'ishaan haati mu'umintootaa -Rabbi isii irraa haa jaallatu- nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- zikrii Rabbii ol ta'ee irratti akkaan bololaa akka turan himti, yeroo, bakkaa fi haala hunda keessatti Rabbiin zaakkaru turani.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality