fiqhiifii beekkomsa hundee isaa
Aa'ishaa Haadha Mu'mintootaa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu:
Available in 50 languages
«Aa'ishaa Haadha Mu'mintootaa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- salaata zuhrii dura raka’aa afur, raka'aa lama ammoo salaata subhii dura salaatuu kan hin dhiisne turan.»Meaning translation ·
Saved at original quality








