fiqhiifii beekkomsa hundee isaa
Ummu Habiibaa haadha manaa Rasuulaa -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- irraa akka odeeffametti- akkana jette: Ergamaa Rabbiitii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhuun dhagahe:
Available in 51 languages
«Ummu Habiibaa haadha manaa Rasuulaa -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- irraa akka odeeffametti- akkana jette: Ergamaa Rabbiitii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhuun dhagahe: «Namni salaata zuhrii duraa fi boodatti rak’aa afur salaatuu irratti tikfate Rabbiin ibidda irratti isa haraama taasiseera».»Meaning translation ·
Saved at original quality








