fiqhiifii beekkomsa hundee isaa
Abuu Hurayraa irraa akka odeeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:
Available in 65 languages
«Abuu Hurayraa irraa akka odeeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Namichi jaamaan tokko gara Nabiyyiitti dhufuun -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhe: yaa ergamaa Rabbii namni gara masjiidaatti na qajeelchu hin jiru jedhee, mana isaatti salaatuu akka isaaf eeyyamaniif ergamaa Rabbii gaafatee jennaan -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- isaaf eeyyamani, yeroo inni deemuuf garagalu isa waamanii, akkas jedhaniin: «waamicha salaataaf taasifamu ni dhageessaa?» namtichis eeyyeen nan dhaga'a jedhe, isaanis ni jedhaniin: «owwaadhu».»Meaning translation ·
Saved at original quality








