Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Ibnu Umar irraa odeeffame -Rabbi isaan irraa haa jaallatu-:

Available in 58 languages
«Ibnu Umar irraa odeeffame -Rabbi isaan irraa haa jaallatu-: nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- nazrii irraa dhoorganii akkas jedhani: «nazriin khayrii hin fidu, dogni isaan dirqamee waa baasuu qofa malee».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- nazrii irraa dhoorgani, nazrii jechuun: ilmi namaa waan shari'aan dirqama isa irratti hin taasifne ofirratti dirqama taasisuudha, akkasumas nazriin waan tokko as butuu fi achi butuu hin danda'u jedhani, bu'aan isaa dogna isa waan Rabbiin dirqama irratti taasise malee waan biraa hin baafne harkaa ittii waa baasuu qofa, nazriin waan Rabbiin sila isaaf hin murteessine homaa isaaf fiduu hin danda'u.

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality