Hadith for the World
Tap the image to view it full size
sadarkaaleefii naamusoota

Jaabiir irraa akka odeeffametti, Rabbiin isa irraa haa jaallatu, akkana jedhe: Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- du’a isaanii dura guyyaa sadiin kan akkas jedhuun dhaga’e:

Available in 53 languages
«Jaabiir irraa akka odeeffametti, Rabbiin isa irraa haa jaallatu, akkana jedhe: Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- du’a isaanii dura guyyaa sadiin kan akkas jedhuun dhaga’e: «Tokkoon keessan yaada isaa Rabbitti tolchu malee akka hin duune».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- muslimni yaada gaarii Rabbiif yoo qabaate malee akka hin duune kakaasaniiru, yeroo du’u kajeellaa Rabbi irraa qabuuf dursa kennuudhaan Rabbi akka isaaf araaramu dhiifamas akka isaaf godhu yaadu qaba; Hojii ofii bareechuuf sodaaf waan barbaachisaa waan ta'eef jecha. Haalli sun haala hojiileetii miti, kanaaf ishee keessatti barbaachisaan kajeellaan caaluudha.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality