Hadith for the World
Tap the image to view it full size
sadarkaaleefii naamusoota

Abdullaah bin Mas'uud irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu, Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irratti haa jiraatu- akkana jedhan:

Available in 53 languages
«Abdullaah bin Mas'uud irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu, Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irratti haa jiraatu- akkana jedhan: «Musliima arrabsuun fisqii/safuu dhabuu dha, isan loluun ammoo kufriidha».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu- muslimni tokko obboleessa isaa kan muslimaa arrabsuu fi jeequu irraa dhoorgan, Kunis safuu dhabuudha, jechuunis Rabbii fi Ergamaa Isaatiif -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- ajajamuu irraa bahuudha, Muslimni tokko obboleessa isaa muslimaatin loluun gochoota kufrii irraayi, haa ta'u malee inni kufrii xiqqaa dha.

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality