Hadith for the World
Tap the image to view it full size
aqiidaa

Abdullaah bin Mas'uud irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni isa irratti haa jiraatu- akkana jedhan:

Available in 54 languages
«Abdullaah bin Mas'uud irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni isa irratti haa jiraatu- akkana jedhan: «Namni boqoo of rukute, kan uffata cicciree fi kan waamicha wallaalummaa waammate nu irraa miti».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu- gocha ummanni bara Islaamummaa duraa hojjetan tokko tokko irraa dhoorganii akeekkachiisuun akkana jedhan: Nu irraa miti: Tokkoffaan: Namni boqoo of rukute, boqoo adda baasee wanti dubbateef yeroo hedduu akkas waan godhamuuf jecha, yoo akkas hin jenne fuula hafe rukutuun dhoorgaa keessatti hammatama. Inni lammafaa: sababa abdii murachuu garmaleetiin mataan itti seenuuf uffata cicciruudha. Sadaffaan: nama Kadhannaa ummata bara Islaamummaa duraa kan akka kadhannaa wayyoo jechuu, badiinsa ofitti kadhachuu, nama du'eef sagalee olkaasanii boo’uu fi kkf kadhateedha.

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality