Hadith for the World
Tap the image to view it full size
aqiidaa

Abuu Muusa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 66 languages
«Abuu Muusa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Rabbiin warra nama miidhuuf yeroo qabaaf, yeroo isa qabetti immoo gad isa hin dhiisu» ni jedhe: eegasii Aayaa qur'aanaa kana qara'ani: «{Akkuma kana Qabaan Rabbii keetii yeroo (warra) magaalota haala isiin miidhaa hojjattuun isii qabe, qabaan isaa akkaan laalessaa akkaan jabaadha} [suuraa Huud: 102]».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- badii fi shirkiin lubbuu ofii miidhuu fi haqa isaanii keessatti namoota miidhuu irraa sodaachisani, Rabbiin ol ta'e nama nama miidhuuf yeroo kennaaf, booda isa aansa, umurii fi qabeenya isaas ni dheereessa adabbii isatti hin jarjarsu; yoo hin toobanne miidhaan isaa waan heddummaateef qabaa gad isa hin lakkifne isa qaba. eegasii nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Aayaa Qur'aanaa kana qara'ani: {Akkuma kana Qabaan Rabbii keetii yeroo magaalota haala isiin miidhaa hojjattuun isii qabe, qabaan isaa akkaan laalessaa akkaan jabaadha} [suuraa Huud: 102].

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality