sadarkaaleefii naamusoota
Jariiir ilma Abdullaah irraa odeeffamee -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan:
Available in 70 languages
«Jariiir ilma Abdullaah irraa odeeffamee -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan: "Nama namaaf rahmata hin goone Rabbiin ol ta'e rahmata isaaf hin godhu".»Meaning translation ·
Saved at original quality








