sadarkaaleefii naamusoota
Abuu hureyraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:
Available in 70 languages
«Abuu hureyraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- irra hedduu waan jannata nama seensisuu irraa gaafatamanii, akkas jedhani: "Sodaa Rabbiitii fi haala toluudha" akkasumas irra hedduu waan ibidda nama seensisuu irraa gaafatamanii akkas jedhani: "Afaanii fi qaama saalaati".»Meaning translation ·
Saved at original quality








