Hadith for the World
Tap the image to view it full size
sadarkaaleefii naamusoota

Khawlaa bintu Hakiim Assulaymiyyaa irraa akka odeeffametti ni jetti: Ergamaa Rabbiitii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e:

Available in 66 languages
«Khawlaa bintu Hakiim Assulaymiyyaa irraa akka odeeffametti ni jetti: Ergamaa Rabbiitii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e: «Namni bakka tokko qubatee eegasii, A'uuzu bikalimaatillaahi attaammaati Min sharri Maa Khalaq jedhe, qubsuma isaa sana irraa hanga imalutti homaa isa hin miidhu».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ummata iisaanii gara tikfamuu fi gara isaa deebi'uu bu'a qabeessa ta'e kan isaan yeroo namni dachii irraa bakka wohii qubatetti wanti ilmi nama sodaatu hundi isaan nama irraa deebi'uutti qajeelchani, imala irratti ta'us yookaan boqonnaaf ta'us yookaan waan biraatiifis ta'u: sadarkaa isaa, barakaa isaatii fi bu'aa isaatiin jechoota Rabbii guutuu ta'ee fi hirdhina hunda irraa bilisa kan ta'een tikfamuu fi gara isaa deebi'uun, hamtuu uumama hunda hamtuun isa keessa jiru irraa, qubsuma isaa sana keessatti hanga bakka san jiraatetti nageenya aragata.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality