Hadith for the World
Tap the image to view it full size
Qur'aana kabajamaafii bekkomsoota waayee isaa.

Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 65 languages
«Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Manneen keessan qabroota hin taasisinaa, mana suuraan baqaraa keessatti qara'amu sheexaanni irraa dheessa».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- mana ofii akka qabrii keessattii hin salaatamneetti salaata irraa ona taasisuu irraa dhoorgani. eegasii Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sheexaanni mana suuraan baqaraa keessatti qara'amu irraa akka dheessuu himani.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality