Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Abuu Hureyraa irraa odeeffamee, Rabbiin irraa haa jaallatu, akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan:

Available in 62 languages
«Abuu Hureyraa irraa odeeffamee, Rabbiin irraa haa jaallatu, akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: "Hattuun hamaan nama salaata hatuu dha", ni jedhe :akkmitti salaata isaa hata? ni jedhan: "Rukuu'as ta'ee sujuuda isaa hin guutu".»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- namni baay’ee fokkataan hattuu salaata isaa irraa hatu akka ta’e ibsaniiru. hattuu kana kan adda taasisu, qarshii nama biraa fudhachuun addunyaa kana irratti fayyadamuu danda'a. Sababni isaas mindaa fi ajrii ofii argachuu qabu hate waan ta'eef jecha, ni jedhan: Yaa Ergamaa Rabbii akkamitti namni salaata ofii hata? Isaanis: Rukuu'aa fi sujuuda salaataa hin guutu; sunis rukuu'a fi sujuuda keessatti ariifatuuni, akkataa barbaadameen isaan hin raawwatu.

Source
ibnu hibbaan odeesse
Download image

Saved at original quality