Hadith for the World
Tap the image to view it full size
aqiidaa

Bureydaa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan:

Available in 53 languages
«Bureydaa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Namni amaanaan kakate nu irraayii miti».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- amaanaan kakachuu irraa dhoorganii akeekkachiisanii, namni akkas godhe nu irraayii miti jechuu himan.

Source
abuu daawudiifii ahmad odeessan
Download image

Saved at original quality