OM
hundee fiqhii
waldiddaafii injifachiisuu
1 hadiths
murtii sharii'ah
1
hiikkaa jechootaa akkaataa ibsaa
2
waldiddaafii injifachiisuu
1
kaayyoo sharii'ah
1
1 hadiths
Abuu Al-Hawraa Al-Sa'adii irraa akka odeeffametti akkana jedhe: akkana jedhe: Al-Hasan bin Aliyyiitin -Rabbiin isaan lamaan irraa haa jaallatu- akkanan jedheen: Ergamaa Rabbii irraa -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- maal haffazte/sammutti qabatte? innis ni jedhe: Ergamaa Rabbii irraa -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- kanan haffaze: «Wanta shakkitu dhiisii, gara waan hin shakkinee deemi, dhugumatti dhugaan tasgabbii dha, sobni immoo shakkii dha».
رواه الترمذي والنسائي وأحمد