OM
xahaaraa
naamusa mana fincaanii
1 hadiths
naamusa mana fincaanii
1
sunnaa uumaa
3
wuduu'a
8
dhiqannaa
2
tayammuma
1
heydii dhiiga dayuumsaafii kan dhukkubaa
1
kophee lamii irra haquu fi waan isaan lamii fakkatan
2
1 hadiths
Anas irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatuu- akkas jedhe: Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo mana fincaanii seenan akkana jedhu ture: “Yaa Rabbi ani sheyxaana dhiirotaati fi sheyxaana dubartootaa irraan sitti majanfadha".
Bukharif muslim irratti waliigalan