OM
jireenya nabimuhammad s.a.w.
uffata nabii s.a.w.
1 hadiths
الصفات الخَلْقية
1
uffata nabii s.a.w.
1
سفره صلى الله عليه وسلم
1
amala isaa
15
qajeelfama nabiyyii
7
1 hadiths
Aa'ishaa haadha mu'umintootaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isii irraa haa jaallatu- ni jette: Nabiyyiin - Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- kophee isaanii uffachuu, rifeensa isaanii filachuu, of qulqulleeffachuu fi dhimmoota isaanii hunda keessatti mirga dursuu jaallatu turani.
Bukharif muslim irratti waliigalan