Hadith for the World
Tap the image to view it full size
aqiidaa

Abuu Marsad Al-Ganawii irraa akka gabaafametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 65 languages
«Abuu Marsad Al-Ganawii irraa akka gabaafametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Qabriiwwan irra hin taa'inaa, isiitti gara galtaniis hin salaatinaa».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- qabriiwwan irra taa'uu irraa dhoorgani. akkuma qabriiwwanitti garagalanii salaatuu irraa dhoorganitti, qabriin kallattii qiblaa nama salaatuutiin haala ta'een; sun karaa shirkiitti qaqqabsiisu waan ta'eef jecha.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality