Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Imraan ibnu Husayn irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: kintaarootiin wohii waan natti tureef akkaataa salaataa irraa Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- gaafadhe, isaanis akkana jedhani:

Available in 65 languages
«Imraan ibnu Husayn irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: kintaarootiin wohii waan natti tureef akkaataa salaataa irraa Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- gaafadhe, isaanis akkana jedhani: «Dhaabbadhuu salaati, yoo hin dandeenye taa'ii salaati, yoo hin dandeenye cinaacha kee irratti hirkadhuu salaati».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- salaata keessatti bu'uurri dhaabbii akka ta'e ifa galchani, haala dandeettii dhabeen yoo ta'e malee yeroo sana taa'ee salaata, yoo taa'ee salaatuu hin dandeenye cinaacha isaa irratti hirkatee salaatuu danda'a.

Source
Bukhaariitu gabaase
Download image

Saved at original quality