fiqhiifii beekkomsa hundee isaa
Abdullaah bin umar irraa akka odeeffametti -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu:
Available in 58 languages
«Abdullaah bin umar irraa akka odeeffametti -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu: Garii duulota nabiyyii keessatti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dubartiin wohii ajjeefamtee argamtee jennaan, ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dubartii fi daa'imman ajjeesuu mormani.»Meaning translation ·
Saved at original quality








