Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Abuu Sa’iid Al-khudrii irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaalatu- Ergamaan Rabbii -nagayaa fi rahmanni Rabbiin irra haa jiraatu- akkana jedhan:

Available in 61 languages
«Abuu Sa’iid Al-khudrii irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaalatu- Ergamaan Rabbii -nagayaa fi rahmanni Rabbiin irra haa jiraatu- akkana jedhan: “Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”.»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo lallabaa azaanaa dhagahanitti jecha jechaan fakkaataa inni jedhu jedhutti kakaasan, Yeroo inni Allaahu Akbar jedhu nutis isa booda Allaahu Akbar jenna, yeroo inni shahaadaa lameen jedhu nutis isa booda isaan lameen jenna, Yeroo (Hayya Alassalaah, hayya Alal Falaah) jedhamu malee, yemmuu kana "Laa hawla walaa Quwwata illaa billaah" jedhama.

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality