Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Shurayh bin Haani’i irraa akka odeeffametti akkana jedhe:

Available in 53 languages
«Shurayh bin Haani’i irraa akka odeeffametti akkana jedhe: Aa'ishaa akkana jedhee gaafadhe: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo mana isaanii seenan maalin eegalan? Isheenis akkana jette: Siwaakani.»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Karaa Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- keessaa tokko yeroo fedhetti haa ta'uu halkanis ta'ee guyyaa yeroo mana isaanii seenan siwaakan fayyadamuun eegaluudha.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality