Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Ma'adaan bin Abii Xalhaa Al-Ya'amarii irraa odeeffamee akkana jedhe:

Available in 59 languages
«Ma'adaan bin Abii Xalhaa Al-Ya'amarii irraa odeeffamee akkana jedhe: Sowbaan bilisa bahaa Ergamaa Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- kan ta'e qunnameen, akkas jedheen: Dalagaa sababaa isaatin Rabbiin jannata na seensisu naaf himi? ykn akkas jedhe: nan jedhe: Dalagaa gara Rabbiitti irra jaalatamu naaf himi, ni cal'ise, eegasii isa nan gaafadhe, ammas ni cal'ise, eegasii sadaffaa isa nan gaafadhe, akkas jedhe: Yeroo baay’ee sana Ergamaa Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- gaafadhee, akkas jedhan: «Rabbiif sujuuda heddummeessi, sababni isaas Rabbiif jecha ati sujuuda hin gootu sababii saniif sadarkaa si ol kaasee, dilii si irraa buusu malee» Ma'adaan akkas jedhe: Eegasii Abuu Al-dardaa qunnameen isa gaafadhee, fakkaatuma Sowbaan naan jedhe naan jedhe.»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- hojii jannata seenuf sababaa namaaf ta'u irraa fagaafatamanii ykn hojii Rabbiin biratti baay’ee jaallatamaa ta’e irraa gaafatamanii? nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu gaafataan akkana jedhan: "Salaata keessatti yeroo baay’ee sujuuda gochuu qabadhu, sababni isaas ati sujuuda tokko Rabbiif jecha hin sujuuddu Rabbiin sababaa sanaan sadarkaa kee ol kaasee, dilii kee siif araaramu malee.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality