Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Sahl ibnu Sa'ad irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 50 languages
«Sahl ibnu Sa'ad irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namoonni afxira hanga ariifachiisanitti toltuu irratti ta'uu irraa hin deemani».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namoonni aduun seenuu booda mirkaneeffatanii sooma furuutti hanga ariifatanitti toltuu irratti ta'uu irraa akka hin deemne himani; sunnaa hojii irra oolchuu fi daangaa isii irratti dhaabbachuuf jecha.

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality