Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Zayd ibnu Saabit irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:

Available in 49 languages
«Zayd ibnu Saabit irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyyii woliin suhuura goonee -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- eegasii salaataaf dhaabbatani, ani nan jedhe: azaana fi suhuura gidduu hangam ture? isaanis hanga Aayaa shantamaati jedhe.»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Sahaabaan gariin -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- nabiyyii waliin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- suhuura godhanii, eegasii nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- salaata fajrii salaatuuf jecha dhaabbatani. Anas Zaydiin akkas jedhe: -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- yeroon azaanaa fi suhuura xumuruu gidduu ture hangam ture? Zaydis -Rabbi isa irraa haa jaallatu- akkas jedhe: hanga Aayaa shantama giddu galeessa ta'eeti, dheeraas gabaabaas kan hin taane, dubbisa ariitii fi suuta dubbifamus kan hin taane.

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality