Hadith for the World
Tap the image to view it full size
sadarkaaleefii naamusoota

Anas ilma Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 70 languages
«Anas ilma Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: "Namni rizqiin isaa akka ballifamuuf, umuriin isaa akka dheereffamuuf jaallate, firooma isaa haa fufu (maxxanfatuu)".»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ziyaaraan, gargaarsa qaamaa fi qabeenyaatii fi kan birootiin firoowwan fufuutti kakaasani, isiin rizqiin bal'achuu fi umuriin dheerachuuf sababaadha.

Source
Bukharif muslim irratti waliigalan
Download image

Saved at original quality