Hadith for the World
Tap the image to view it full size
sadarkaaleefii naamusoota

Abu Addardaa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:

Available in 70 languages
«Abu Addardaa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: "Namni kabajaa obboleessa isaa irraa ittise Rabbiin guyyaa qiyaamaatti fuula isaa irraa ibidda deebisa".»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- isa arrabsuu fi yookaan isatti hamtuu hojjachuu dhoorguun namni kabajaa obboleessa isaa muslimaa irraa bakka inni hin jirretti ittise, Rabbiin guyyaa qiyaamaatti adabbii isa irraa ittisa.

Source
tirmiziifii ahmad odeessan
Download image

Saved at original quality