Hadith for the World
Tap the image to view it full size
sadarkaaleefii naamusoota

Abuu Hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-ni jedhani:

Available in 70 languages
«Abuu Hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-ni jedhani: "Du'aa'ii caalaa wanti Rabbii ol ta'e biratti irra kabajamu hin jiru".»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhugumatti ibaadaa keessaa Rabbiin biratti wanti du'aa'ii caaluu akka hin jirre ifa galchani; waan isa keessa durummaa Rabbbii ol ta'ee fi dadhabbii gabrichaa mirkaneessuun jiruuf jecha.

Source
tirmizii, ibnumaajahfii ahmad odeessan
Download image

Saved at original quality