sadarkaaleefii naamusoota
Abdullaah bin Amrii irraa odeeffamee Rabbiin isaan irraa haa jaallatu:
Available in 60 languages
«Abdullaah bin Amrii irraa odeeffamee Rabbiin isaan irraa haa jaallatu: Namichi tokko Nabiyyicha nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu akkas jedhee gaafate: Islaamummaa keessaa kamtu caala?isaanis akkas jedhaniin: "Nyaata nyaachifta, warra beektu fi warra hin beeknenis salaamataa jetta".
»Meaning translation ·
Saved at original quality








