Hadith for the World
Tap the image to view it full size
Qur'aana kabajamaafii bekkomsoota waayee isaa.

Usmaan irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti ha a buusu- ni jedhani:

Available in 66 languages
«Usmaan irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti ha a buusu- ni jedhani: «Irra caalaan keessan nama Qur'aana baratee barsiise».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- irra caalaan muslimootaa fi Rabbiin biratti sadarkaan isaan olaanaa: qaraatiin, hifziin, tajwiidaan qara'uun, isa hubachuu fi hiikkaa isaa woliin nama Qur'aana baratee waan ofii barate immoo kan nama biraa barsiise akka ta'e himani.

Source
Bukhaariitu gabaase
Download image

Saved at original quality