Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Buraydaa ibnu Alhusayb irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:

Available in 65 languages
«Buraydaa ibnu Alhusayb irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Salaata asriitti daddafaa yeroon salaataa, Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- salaata Asrii yeroo isaa irraa beekaa tursiisuu irraa sodaachisani, namni sana hojjate hojiin isaa isa jalaa bada mindaa tokko malee akkasumatti isa jalaa hafa.

Source
Bukhaariitu gabaase
Download image

Saved at original quality