OM
naamusoota sharii'ah
naamusa haxxifannaafii hamoommuu
3 hadiths
naamusa barsiisaafii barataa
6
naamusa qaraatii qur'aanaa
1
naamusa salaamtaafii hayyama seensaa
9
naamusa haasawaafii callisiinsaa
12
naamusa nyaataafii dhugaatii
11
naamusaafii seera imalaa
4
naamusa hirriibaafii dammaqqii
3
naamusa manaamaa
2
naamusa ziyaaraafii hayyamsiifannaa
3
naamusa haxxifannaafii hamoommuu
3
naamusa dhukkubsataa gaafachuu
5
naamusa uffataa
8
3 hadiths
عن أبي هريرة رضي الله عنه أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال: «إذا عَطَسَ أَحَدُكُم فَلْيَقُل: الحَمْدُ للهِ، وَلْيَقُلْ لَهُ أَخُوهُ أو صاحبُهُ: يَرْحَمُكَ الله، فإذا قال له: يرحمك الله، فَلْيَقُلْ: يَهْدِيكُم الله ويُصْلِحُ بَالَكُم».
رواه البخاري
Abuu Hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu ni jedhe- Ergamaa Rabbiitii akkas jedhuun dhaga'e -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-: "Haqni muslimaa muslima irratti waa shani, isaanis: salaamataa deebisuu, dhukkubsataa gaafachuu, janaazaa hordofuu, waamicha owwaachuu fi nama haxxiffateen "Yarhamukallaah" jechuudha".
Bukharif muslim irratti waliigalan
عَن أَبِي سَعِيدٍ الْخُدْرِيِّ رضي الله عنه قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «إِذَا تَثَاءَبَ أَحَدُكُمْ فَلْيُمْسِكْ بِيَدِهِ عَلَى فِيهِ، فَإِنَّ الشَّيْطَانَ يَدْخُلُ».
رواه مسلم