OM
naamusoota sharii'ah
naamusa manaamaa
2 hadiths
naamusa barsiisaafii barataa
6
naamusa qaraatii qur'aanaa
1
naamusa salaamtaafii hayyama seensaa
9
naamusa haasawaafii callisiinsaa
12
naamusa nyaataafii dhugaatii
11
naamusaafii seera imalaa
4
naamusa hirriibaafii dammaqqii
3
naamusa manaamaa
2
naamusa ziyaaraafii hayyamsiifannaa
3
naamusa haxxifannaafii hamoommuu
3
naamusa dhukkubsataa gaafachuu
5
naamusa uffataa
8
2 hadiths
Abuu Qataadaa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Abjuun gaariin Rabbi biraati, abjuun badaan immoo Sheyxaana irraayi, tokkoon keessan abjuu isa sodaatu yeroo arge gara bitaa isaatti haa tufee, sharrii isaa irraa Rabbitti haa maganfatu, akkas godhe taanan inni isa hin miidhu».
Bukharif muslim irratti waliigalan
عن أبي هريرة رضي الله عنه قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : «من رآني في المنام فَسَيَرَانِي في اليَقظة -أو كأنما رآني في الْيَقَظَةِ- لا يَتَمَثَّلُ الشيطان بي».
متفق عليه. مسلم