OM
fiqhii du'aa'iifii zikrii
zikrii masgidarraa bahuufii seenuu
2 hadiths
qajeelfama nabii s.a.w. zikrii keessatti
5
faaydaalee zikrii Rabbii
8
zikriiwwan ganamaaf galgalaa
4
zikrii hindaaggeffamin
5
zikrii manarraa bahuufii mana seensaa
2
أذكار الدخول والخروج من الخلاء
1
zikrii masgidarraa bahuufii seenuu
2
الأذكار التي تقال في أوقات الشدة
1
waan dhufeef zikrii jedhan
12
أحكام الدعاء
1
آداب الدعاء
2
sababaa du'aa'iin itti qeebalamtuufii didamtu
4
du'aa'ii nabii s.a.w.
18
2 hadiths
Abdullaah ibnu Amrii ibnu Aas irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu-: Nabiyyii irraa odeesse -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo masjiida seenanitti akkas jedhu ture: «A'uuzu billaahil Aziim, wo bi wojhilkariim, wo sulxaanihil qadiim, minasheyxaanirrajiim» kana qofaa jedhe? eeyyeen kana qofa, ni jedhe: yeroo sana jedhetti sheyxaanni guyyaa isaa guutuu ana irraa tikfate jedha.
abuu daawud odeesse
Abuu Humeyd ykn Abuu Useyd irraa odeeffamee akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkana jedhan: “Isin keessaa namni tokko masjiida yoo seene akkana haa jedhu: (Allaahumma iftah lii abwaaba rahmatik) jechuunis: Yaa Rabbi balbala rahmata keetii naaf bani jechuudha, yeroo bahu immoo akkana haa jedhu: (Allaaumma innii as'aluka min fadlik) jechuunis: Yaa Rabbi tola kee irraa si kadhadha jechuudha”.
Muslimtu gabaase