OM
fiqhii du'aa'iifii zikrii
sababaa du'aa'iin itti qeebalamtuufii didamtu
4 hadiths
qajeelfama nabii s.a.w. zikrii keessatti
5
faaydaalee zikrii Rabbii
8
zikriiwwan ganamaaf galgalaa
4
zikrii hindaaggeffamin
5
zikrii manarraa bahuufii mana seensaa
2
أذكار الدخول والخروج من الخلاء
1
zikrii masgidarraa bahuufii seenuu
2
الأذكار التي تقال في أوقات الشدة
1
waan dhufeef zikrii jedhan
12
أحكام الدعاء
1
آداب الدعاء
2
sababaa du'aa'iin itti qeebalamtuufii didamtu
4
du'aa'ii nabii s.a.w.
18
4 hadiths
Abuu umaamaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: amri ibnu abasaan nabiyyiidhaa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuu akka dhaga'ee jiru naaf odeesse: «Rabbiin gabricha isaatti irra dhihoo kan ta'u dhuma halkan wolakkaati yeroo sanatti worra Rabbiin zakkaran irraa ta'uu yoo dandeesse ta'i».
abuu daawud, tirmizii, nasa'iin odeessan
عن جابر رضي الله عنه قال: سمعت رسول الله صلى الله عليه وسلم يقول: «إن في الليل لساعة، لا يُوَافِقُهَا رجُلٌ مُسلم يَسأل الله تعالى خيرًا من أمْرِ الدنيا والآخرة، إلا أعْطَاه إِياه، وذلك كُلَّ ليلة».
رواه مسلم
Abuu Hurayraa irraa akk odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan: "Gabrichi Rabbii isaatti akkaan kan dhihaatu yeroo sujuuda keessa jirutti, kanaafuu kadhaa heddummeessaa''.
Muslimtu gabaase
Anas bin Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni isaan irra haa jiraatuu- akkana jedhan: «Du'aa'in azaanaa fi iqaamaa jidduutti hin deeffamu».
abuu daawud, tirmizii, nasa'iin odeessan