Hadith for the World
Tap the image to view it full size
fiqhiifii beekkomsa hundee isaa

Āa'ishaa irraa akka gabaafametti -Rabbiin irraa haa jaalمatu- akkana jette: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana yoo jedhu dhagahe:

Available in 64 languages
«Āa'ishaa irraa akka gabaafametti -Rabbiin irraa haa jaalمatu- akkana jette: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana yoo jedhu dhagahe: “Nyaanni bakka jirutti salaatni hin jiru, akkasumas yeroo namichi fokkataa lamaanin wal deddeebisu keessattis salaata salaatuun hin jiru”.»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- bakka nyaata lubbuun nama salaatuu sanaa hawwituu fi qalbiin isaa itti rarraatutti salaatuu dhoorgan. Akkasumas yeroo fokkatoo lamaanin waliin dhiphatu keessatti salaatuu irraa dhoorganiiru -fokkatoon lamaanis fincaanii fi sagaraadha-; sababni isaas waan inni rakkina ofirraa ittisutti bobba'uuf jecha.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality