Hadith for the World
Tap the image to view it full size
sadarkaaleefii naamusoota

Aa'ishaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isii irraa haa jaallatu- ni jette: ergamaa Rabbiitii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e:

Available in 66 languages
«Aa'ishaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isii irraa haa jaallatu- ni jette: ergamaa Rabbiitii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e: «Mu'uminni haala toluu isaatin sadarkaa nama soomuu fi halkan dhaabbatuutti qaqqaba».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- haala toluun nama haala tole sadarkaa nama guyyaa soomuu fi halkan dhaabbachuu irratti gadi dhaabbateetiin akka nama ga'u ibsani, guduunfaan haala toluu: toltuu hojjachuu, haasaa toluu, fuula ifuu, miidhaa dhiisuu, yeroo namni nama miidhu danda'anii baachuudha.

Source
abuu daawudiifii ahmad odeessan
Download image

Saved at original quality