Hadith for the World
Tap the image to view it full size
sadarkaaleefii naamusoota

Abuu Hureyraa irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe:

Available in 60 languages
«Abuu Hureyraa irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- karaa Makkaa irra deemaa osoo jiranuu, gaara tokko kan Jumdaan isaan jedhamu bira darbanii, Akkana jedhani: «Deemaa, kuni Jumdaanii, Mufarridoonni darban» ni jedhan (sahaabonni): Mufarridoota jechuun maal jechuudha yaa Ergamaa Rabbii? Akkas jedhan: «Isaan dhiirotaa fi dubartoota yeroo baay’ee Rabbiin zakkarani».»

Meaning translation ·

Explanation

The meaning in a few plain lines

Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- sadarkaa namoota yeroo baay’ee Rabbiin zakkaranii ibsani, akkasumas isaan dhugumatti akka adda ta’anii fi jannata qananii keessatti sadarkaalee ol aanoo argachuun namoota biroo akka dursan ibsanii, gaarreen biroo irraa adda kan ta'e gaara Jumdaanitti isaan fakkeessan.

Source
Muslimtu gabaase
Download image

Saved at original quality